Online Bible

- Reklamy -




Sefaaniyaa 1:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 Isin warri dachaa mandarichaa keessa jirtan, naggaadonni keessan hundinuu raawwatanii waan balleeffamaniif, warri meetiidhaan nagadan hundinuus waan barbadeeffamaniif wawwaadhaa!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Isin warri Makteesh keessa jiraattan wawwaadhaa; daldaltoonni keessan hundi lafa irraa haxaaʼamu; warri meetii daldalan hundinuus ni barbadaaʼu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 እስን ወር መክቴሽ ኬሰ ጅራተን ወዋዻ፤ ደልደልቶትንኬሰን ሁንድ ለፈራ ሀጣአሙ፤ ወር ሜቲ ደልደለን ሁንድኑስ ንበርበዳኡ።

Viz kapitola kopírovat




Sefaaniyaa 1:11

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy