Sefaaniyaa 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Waaqayyo,<<Guyyaa sanatti, karra qurxummii duraa, iyyatu, kutaa mandarichaa isa lammaffaa keessaa, wawwaannaatu, gaara irraa immoo sagalee wanta diigamee kukkufu guddaatu dhaga'ama. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Waaqayyo akkana jedha; “Gaafas Karra Qurxummii irraa iyya, Waltajjii Lammaffaa irraa wawwaannaa, gaarran irraa immoo sagalee diigama guddaatu dhagaʼama. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፤ “ጋፈስ ከረ ቁርጡሚራ እየ፣ ወልተጂ ለመፋራ ወዋትና፣ ጋረንራሞ ሰገሌ ዲገመ ጉዳቱ ዸጋአመ። Viz kapitola |