Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Ammas isin warra Roomaa jiraattan, warra Waaqayyo jaallatee isaaf akka qulqullooftaniif isin waame hundumaan, ?Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!? jedheetan nagaa koo isiniif dhi'eessa*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Warra Waaqaan jaallatamtanii qulqulloota taʼuuf waamamtan kanneen Roomaa jirtan hundaaf: Abbaa keenya Waaqaa fi Yesuus Kiristoos Gooftaa irraa ayyaannii fi nagaan isiniif haa taʼu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ወረ ዋቃን ጃለተምተኒ ቁልቁሎተ ተኡፍ ዋመምተን ከኔን ሮማ ጅርተን ሁንዳፍ። አባኬኘ ዋቃፊ ዬሱስ ክርስቶስ ጎፍታራ አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃተኡ።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy