Roomaa 1:32 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo32 Akka abboommii Waaqayyootti warra kan akkasii godhaniif duuni akka isaaniif ta'u, in beeku. Haa ta'u iyyuu malee, ofii isaaniitii kan akkasii in godhu; kana gochuu isaanii duwwaas utuu hin ta'in, warra kana godhaniin ?Ba'eessa gootan? in jedhu. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa32 Isaan seera Waaqaa kan, “Warra waan akkanaa hojjetan duʼuutu isaaniif mala” jedhu sana yoo beekan iyyuu ofii isaaniitiif waan akkanaa hojjechuu qofa utuu hin taʼin warra waan kana hojjetan iyyuu ni jajjabeessu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ32 እሳን ሴረ ዋቃ ከን፣ “ወረ ዋን አከና ሆጄተን ዱኡቱ እሳኒፍ መለ” ጄዹ ሰነ ዮ ቤከንዩ ኦፊሳኒቲፍ ዋን አከና ሆጄቹ ቆፈ ኡቱ ህንተእን ወረ ዋን ከነ ሆጄተንዩ ንጀጀቤሱ። Viz kapitola |