Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

29 Isaan jal'ina, hammina, sassata, gadhummaa hundumaan guutamanii turan. Kanaanis guutamanii in hinaafu, in ajjeesu, nama in lolu, in gowwoomsu, warra kaaniif isa gadhee in hawwu, dhoksaa namaa in mul'isu*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

29 Isaanis hammina gosa hundaatiin, jalʼinaan, sassattummaan, amala baduun, hinaaffaan, nama ajjeesuun, wal loluun, gowwoomsuu fi dabaan guutaman. Isaan hamattoota,

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

29 እሳንስ ሀምነ ጎሰ ሁንዳቲን፣ ጀልእናን፣ ሰሰቱማን፣ አመለ በዱን፣ ህናፋን፣ ነመ አጄሱን፣ ወል ሎሉን፣ ጎዎምሱፊ ደባን ጉተመን። እሳን ሀመቶተ፣

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:29

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy