Roomaa 1:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Isaan Waaqayyoon beekuu, dubbii qajeelaatti waan hin lakkaa'iniif, Waaqayyo immoo yaada jal'aadhaa fi, waan namni hin hojjenne hojjechuutti dabarsee isaan kenne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Sababii isaan Waaqa beekuu akka waan faayidaa hin qabneetti fudhataniif, Waaqni immoo akka isaan waan hojjetamuu hin malle hojjetaniif qalbii faayidaa hin qabnetti dabarsee isaan kenne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ሰበቢ እሳን ዋቀ ቤኩ አከ ዋን ፋይዳ ህንቀብኔት ፉዸተኒፍ፣ ዋቅንሞ አከ እሳን ዋን ሆጄተሙ ህንመሌ ሆጄተኒፍ ቀልቢ ፋይዳ ህንቀብኔት ደበርሴ እሳን ኬኔ። Viz kapitola |