Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

26 Sababii kanaaf Waaqayyo kajeellaa nama salphisutti dabarsee isaan kenne; dubartoonni isaaniis karaa ittiin fedha fooniitiif dhiiraa wajjin wal bira ga'an isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti diddiiratan.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

26 Sababii kanaaf Waaqni dabarsee hawwii jibbisiisaatti isaan kenne. Dubartoonni isaaniis karaa ittiin fedhii fooniitiif dhiira wajjin wal bira gaʼan isa uumamaan kennameef dhiisanii, gara isa uumamaan isaaniif hin kennaminitti geeddaran.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

26 ሰበቢ ከናፍ ዋቅን ደበርሴ ሀዊ ጅብሲሳት እሳን ኬኔ። ዱበርቶትንሳኒስ ከራ እቲን ፌዺ ፎኒቲፍ ዺረ ወጅን ወል ብረ ገአን እሰ ኡመማን ኬነሜፍ ዺሰኒ፣ ገረ እሰ ኡመማን እሳኒፍ ህንኬነምንት ጌደረን።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:26

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy