Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Isaan dhugaa waa'ee Waaqayyoo sobatti diddiiraniiru; Waaqayyoon isa hundumaa uume dhiisanii, uumamaaf sagadanii, hojjetaniif. Waaqayyo garuu bara baraan galateeffamaa dha! Ameen.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Isaanis dhugaa Waaqaa sobatti geeddaran; Uumaa dhiisanii uumama waaqeffatan; ni tajaajilanis. Uumaan bara baraan eebbifamaa dha. Ameen.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 እሳንስ ዹጋ ዋቃ ሶበት ጌደረን፤ ኡማ ዺሰኒ ኡመመ ዋቄፈተን፤ ንተጃጅለንስ። ኡማን በረ በራን ኤብፈማዸ። አሜን።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:25

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy