Roomaa 1:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Kanaafis Waaqayyo kajeellaa garaa isaaniitiin xuraa'ummaatti, walii isaanii gidduuttis dhagna isaanii salphisuutti dabarsee isaan kenne*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Kanaafuu Waaqni akka isaan dhagna walii isaanii salphisaniif hawwii garaa isaanii hamaadhaan dabarsee xuraaʼummaatti isaan kenne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ከናፉ ዋቅን አከ እሳን ዸግነ ወሊሳኒ ሰልጵሰኒፍ ሀዊ ገራሳኒ ሀማዻን ደበርሴ ጡራኡማት እሳን ኬኔ። Viz kapitola |