Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 ulfina Waaqayyo isa hin duunee, bifa nama isa du'utti, bifa simbirrootaatti, bifa bineensa miilla afuriitti, bifa warra lafa irra munyuuqaniittis diddiiran*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 ulfina Waaqa hin duunees nama duʼutti, simbiratti, horii miilla afuriitti akkasumas uumamawwan lafa irra looʼanitti fakkeessuudhaan geeddaran.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 ኡልፍነ ዋቀ ህንዱኔስ ነመ ዱኡት፣ ስምብረት፣ ሆሪ ሚለ አፉሪት አከሱመስ ኡመመወን ለፈረ ሎአንት ፈኬሱዻን ጌደረን።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:23

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy