Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

21 Waaqayyoon utuma beekanii, akka Waaqayyootti ulfina hin laanneef, galatas isaaf hin galchine; garuu yaada isaaniitiin waan waa'ee hin baafne duukaa bu'an, sammuun isaanii inni duudaanis in dukkaneeffame*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

21 Isaan yoo Waaqa beekan illee akka waaqummaa isaatti ulfina hin kennineef; galatas hin galchineef. Garuu yaadni isaanii waan faayidaa hin qabne taʼe; qalbiin isaanii kan hin hubannes ni dukkanaaʼe.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

21 እሳን ዮ ዋቀ ቤከንሌ አከ ዋቁማሳት ኡልፍነ ህንኬንኔፍ፤ ገለተስ ህንገልችኔፍ። ገሩ ያድንሳኒ ዋን ፋይዳ ህንቀብኔ ተኤ፤ ቀልቢንሳኒ ከን ህንሁበትኔስ ንዱከናኤ።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:21

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy