Roomaa 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Dheekkamsi Waaqayyoo, Waaqayyo malee jiraachuu fi, jal'ina namootaa hunduma irratti waaqa irraa in mul'ata, isaanoo jal'ina isaaniitiin dhugaa gad in ukaamsu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Dheekkamsi Waaqaa, Waaqa malee jiraachuu fi hammina namootaa hunda irratti samii irraa ni mulʼata; namoonni kunneen hammina isaaniitiin dhugaa ukkaamsu; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዼከምስ ዋቃ፣ ዋቀ መሌ ጅራቹፊ ሀምነ ነሞታ ሁንደረት ሰሚራ ንሙልአተ፤ ነሞትን ኩኔን ሀምነሳኒቲን ዹጋ ኡካምሱ፤ Viz kapitola |