Roomaa 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Qajeelummaan Waaqayyo namaaf kennu amantii irra in dhaabata gara amantiittis nama in geessa. Kunis wangeela keessatti in mul'ata; akkuma caafamee jiru immoo, ?Namni amantiidhaan fuula Waaqayyoo duratti qajeelaa ta'e jireenya dhugaa in jiraata*?. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Wangeela keessatti qajeelummaan Waaqaa amantii irraa gara amantiitti mulʼateeraatii; kunis akkuma, “Namni qajeelaan amantiidhaan jiraata” jedhamee barreeffamee dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ወንጌለ ኬሰት ቀጄሉማን ዋቃ አመንቲራ ገረ አመንቲት ሙልአቴራቲ፤ ኩንስ አኩመ፣ “ነምን ቀጄላን አመንቲዻን ጅራተ” ጄዸሜ በሬፈሜዸ። Viz kapitola |