Roomaa 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ani wangeelatti hin yeella'u, inni humna Waaqayyoo isa warra amantii qaban hundumaa, duraan dursee warra Yihudootaa akkasumas warra Griikotaa fayyisuu dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Ani wangeelatti hin qaanaʼu; kunis sababii wangeelli humna Waaqaa kan warra amanan hunda fayyisu taʼeef; innis jalqabatti Yihuudootaaf, itti aansee immoo Giriikotaaf. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አን ወንጌለት ህንቃነኡ፤ ኩንስ ሰበቢ ወንጌል ሁምነ ዋቃ ከን ወረ አመነን ሁንደ ፈይሱ ተኤፍ፤ እንስ ጀልቀበት ይሁዶታፍ፣ እት ኣንሴሞ ግሪኮታፍ። Viz kapitola |