Online Bible

- Reklamy -




Roomaa 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

13 Yaa obboloota ko, yeroo baay'ee dhufee isin arguudhaaf akeekuu koo akka beektan nan jaalladha; garuu yeroo hundumaa hamma ammaatti ittifameera. Saba Waaqayyoo warra hin ta'in, warra biraa keessatti akkuman hojjedhe, hojii ija qabu isin gidduuttis hojjechuufan ture*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

13 Yaa obboloota ko, ani akkuma Namoota Ormaa kaan keessatti ija qabaadhe sana isin keessattis akkasuma akkan qabaadhuuf yeroo baayʼee gara keessan dhufuu yaadaa turuu ko, garuu hamma ammaatti dhowwamuu koo akka isin beekuu dhabdan hin barbaadu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

13 ያ ኦቦሎተኮ፣ አን አኩመ ነሞተ ኦርማ ካን ኬሰት እጀ ቀባዼ ሰነ እስን ኬሰትስ አከሱመ አከን ቀባዹፍ ዬሮ ባይኤ ገረኬሰን ዹፉ ያዳ ቱሩኮ፣ ገሩ ሀመ አማት ዾወሙኮ አከ እስን ቤኩ ዸብደን ህንበርባዱ።

Viz kapitola kopírovat




Roomaa 1:13

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy