ፊልጵስዩስ 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Yeroodhuma ani kadhata kootiin hunduma keessan yaadadhutti gammachuudhaan nan kadhadha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani kadhannaa hunda keessaniif kadhadhu keessatti yeroo hunda gammachuun nan kadhadha; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ከዸትና ሁንደኬሰኒፍ ከዸዹ ኬሰት ዬሮ ሁንደ ገመቹን ነንከዸዸ፤ Viz kapitola |