ፊልጵስዩስ 1:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Kristositti amanuu keessan duwwaa utuu hin ta'in, isaaf dhiphachuu danda'uunis immoo isiniif kennameera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isin akka Kiristoositti amantan qofa utuu hin taʼin akka isaaf jettanii dhiphattaniifis kun isaaf jechaa isinii kennameeraatii; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እስን አከ ክርስቶስት አመንተን ቆፈ ኡቱ ህንተእን አከ እሳፍ ጄተኒ ዽጰተኒፍስ ኩን እሳፍ ጄቻ እስኒ ኬነሜራቲ፤ Viz kapitola |