ፊልጵስዩስ 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Fakkeessuudhaanis haa ta'u, dhugaadhaanis haa ta'u, akkuma fedhe ta'ee, karaa fedhe iyyuu Kristos haa lallabamu duwwaa! Ani kanatti nan gammada; si'achis itti nan gammada*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yoos wanni kun maal qaba ree? Wanni barbaachisaan fakkeessuunis taʼu yookaan dhugaan karaa kam iyyuu Kiristoos lallabamuu isaa ti. Sababii kanaaf ani akka malee nan gammada. Eeyyee ani ittuma fufee nan gammada; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ዮስ ወን ኩን ማል ቀበሬ? ወን በርባችሳን ፈኬሱንስ ተኡ ዮካን ዹጋን ከራ ከምዩ ክርስቶስ ለለበሙሳት። ሰበቢ ከናፍ አን አከ መሌ ገመደ። ኤዬ አን እቱመ ፉፌ ነንገመደ፤ Viz kapitola |