Nahimiyaa 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 garuu gara kootti yoo deebitan, wanta ani isin abboomes yoo gootan, hamma daarii lafaatti yoo tamsaatan iyyuu achii walitti isin sassaabee deebisee iddoo maqaan koo akka itti waamamuuf fo'adhe sanatti isin nan fida>> jetteetta*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 garuu yoo isin gara kootti deebitanii ajaja koo eegdan, yoo namoonni keessan kanneen boojiʼaman daarii lafaa jiraatan illee ani achii walitti isaanin qabee gara iddoo ani akka Maqaan koo achi jiraatuuf filadhe sanaatti isaan nan fida.’ Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ገሩ ዮ እስን ገረኮት ዴብተኒ አጀጀኮ ኤግደን፣ ዮ ነሞትንኬሰን ከኔን ቦጅአመን ዳሪ ለፋ ጅራተንሌ አን አቺ ወልት እሳንን ቀቤ ገረ እዶ አን አከ መቃንኮ አች ጅራቱፍ ፍለዼ ሰናት እሳን ነንፍደ።’ Viz kapitola |