Nahimiyaa 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Nuyi si duratti wanta jal'aa hojjenneerra, abboommii kee fi seerrata kee, wanta qajeelaa ta'es isa ati Musee garbicha kee abboomte hin eegne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nu akka malee hammina sitti hojjenneerra. Nu ajaja, labsii fi seera ati garbicha kee Museetti kennite sana hin eegne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኑ አከ መሌ ሀምነ ስት ሆጄትኔረ። ኑ አጀጀ፣ ለብሲፊ ሴረ አት ገርብቸኬ ሙሴት ኬንቴ ሰነ ህንኤግኔ። Viz kapitola |