Naahoom 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyo aangoo guddaa qaba, dheekkamuuf hin ariifatu, isa yakke immoo adabuu hin dhiisu; inni qilleensa bubbisuu fi bubbee humna-qabeessa keessa in adeema, duumessoonnis awwaara miilla isaatii ti*; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqayyo dheekkamuuf hin jarjaru; humni isaa immoo guddaa dha; Waaqayyo nama balleessaa qabu utuu hin adabin hin dhiisu. Bubbee hamaa fi dhaʼaa galaanaa keessaas karaa qaba; duumessi immoo awwaara miilla isaa ti. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቀዮ ዼከሙፍ ህንጀርጀሩ፤ ሁምንሳሞ ጉዳዸ፤ ዋቀዮ ነመ በሌሳ ቀቡ ኡቱ ህንአደብን ህንዺሱ። ቡቤ ሀማፊ ዸኣ ገላና ኬሳስ ከራ ቀበ፤ ዱሜስሞ አዋረ ሚለሳት። Viz kapitola |