Naahoom 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo hinaafaa dha, gooftaa ijaa baafatuu dhas; Waaqayyo ijaa in baafata, dheekkamsi isaas sodaachisaa dha; Waaqayyo warra isaan morman irratti ijaa in baafata, dheekkamsi isaas baruma baraan diinota isaa irratti in hafa. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waaqayyo Waaqa hinaafuu fi Waaqa haaloo baʼuu dha; Waaqayyo haaloo ni baʼa; dheekkamsaanis guutameera. Waaqayyo diinota isaa haaloo ni baʼa; dheekkamsa isaas amajaajota isaatiif ni kuusa. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋቀዮ ዋቀ ህናፉፊ ዋቀ ሃሎ በኡዸ፤ ዋቀዮ ሃሎ ንበአ፤ ዼከምሳንስ ጉተሜረ። ዋቀዮ ዲኖተሳ ሃሎ ንበአ፤ ዼከምሰሳስ አመጃጆተሳቲፍ ንኩሰ። Viz kapitola |