Naahoom 1:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Waaqayyo gooftaan,<<Isaan humna guutuu yoo qabaatan, baay'ee yoo ta'anis, duguugamanii in balleeffamu; yaa Yihudaa, ani kanaan dura si dhiphiseera yoon ta'e iyyuu, si'achi deebi'ee si hin dhiphisu; Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Waaqayyo akkana jedha: “Isaan jabinaa fi baayʼina yoo qabaatan iyyuu isaan ni barbadeeffamu; ni badus. Yaa Yihuudaa, ani yoon duraan si miidhee jiraadhe iyyuu, siʼachi si hin miidhu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “እሳን ጀብናፊ ባይእነ ዮ ቀባተንዩ ንበርበዴፈሙ፤ ንበዱስ። ያ ይሁዳ፣ አን ዮን ዱራን ስ ሚዼ ጅራዼዩ፣ ስአች ስ ህንሚዹ። Viz kapitola |