Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Yesus Kristos biraas isiniif haa ta'u!? jedhee nagaa koo isiniif nan dhi'eessa. Yesus Kristos dhuga-baatuu amanamaa dha, inni warra du'an keessaa angafa ta'ee kaafame, mootota lafa kanaas in abbooma. Inni nu jaallatee, dhiiga isaa isa nuuf dhangala'een cubbuu keenya irraa nu fure*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 akkasumas Yesuus Kiristoos dhuga baatuu amanamaa, hangafa warra duʼaniitii fi bulchaa mootota lafaa taʼe sana irraa ayyaannii fi nagaan isiniif haa taʼu. Isa nu jaallatuu fi isa dhiiga isaatiin cubbuu keenya irraa bilisa nu baase,

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አከሱመስ ዬሱስ ክርስቶስ ዹገ ባቱ አመነማ፣ ሀንገፈ ወረ ዱአኒቲፊ ቡልቻ ሞቶተ ለፋ ተኤ ሰነራ አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃተኡ። እሰ ኑ ጃለቱፊ እሰ ዺገሳቲን ጩቡኬኘራ ብልሰ ኑ ባሴ፣

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:5

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy