Mulʼata 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ani Yohannis, waldoota kristiiyaanaa torban kutaa biyya Asiyaa keessa jirtaniif kana caafuu koo ti. ?Ayyaanni, nagaanis Waaqayyo isa jiru, isa ture, isa dhufuuf jiru biraa, hafuurota torban teessoo isaa dura jiran biraa*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Yohannis irraa, Gara waldoota kiristaanaa kanneen biyya Asiyaa keessa jiran torbaniitti: Isa jiru, isa ture, Isa dhufuuf jiruu fi Hafuurota torban fuula teessoo isaa dura jiran irraa, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዮሀንስራ። ገረ ወልዶተ ክርስታና ከኔን ብየ አስያ ኬሰ ጅረን ቶርበኒት፤ እሰ ጅሩ፣ እሰ ቱሬ፣ እሰ ዹፉፍ ጅሩፊ ሀፉሮተ ቶርበን ፉለ ቴሶሳ ዱረ ጅረንራ፣ Viz kapitola |