Mulʼata 1:3 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Barri kun itti raawwatamu waan dhi'aateef, namni isa inni dhugaa ba'e kana dhageessisee dubbisu, warri dubbii raajii dubbatame kana dhaga'anii, wanta isa keessatti caafames eegan attam haa gammadan*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Namni dubbii raajii kana dubbisu eebbifamaa dha; warri waan raajii sana keessatti barreeffame dhagaʼanii eeganis eebbifamoo dha; barichi dhiʼaateeraatii. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ነምን ዱቢ ራጂ ከነ ዱብሱ ኤብፈማዸ፤ ወር ዋን ራጂ ሰነ ኬሰት በሬፈሜ ዸገአኒ ኤገንስ ኤብፈሞዸ፤ በርች ዽኣቴራቲ። Viz kapitola |