Mulʼata 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ammas wanta amma ta'uutti jiru, wanta kana booddee ta'uuf jirus isa argite caafi! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 “Kanaafuu ati waan argite, waan amma jiruu fi waan gara fuulduraatti taʼu barreessi. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 “ከናፉ አት ዋን አርግቴ፣ ዋን አመ ጅሩፊ ዋን ገረ ፉልዱራት ተኡ በሬስ። Viz kapitola |