Mulʼata 1:18 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 inni jiraatus ana. Takka illee du'een ture, amma garuu kunoo baraa hamma bara baraatti jiraachuuttan jira; du'a irratti, balbala iddoo warra du'anii banu irrattis ani gooftummaa qaba*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Isa jiraataa dhas; ani duʼeen ture; kunoo, bara baraa hamma bara baraatti nan jiraadha! Furtuu duʼaatii fi kan Siiʼoolis qaba. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 እሰ ጅራታዸስ፤ አን ዱኤን ቱሬ፤ ኩኖ፣ በረ በራ ሀመ በረ በራት ነንጅራዸ! ፉርቱ ዱኣቲፊ ከን ሲኦልስ ቀበ። Viz kapitola |