Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Harka isaa mirgaa keessaa urjoota torba qaba; afaan isaa keessaa billaa qara-qabeessa gara lamaan qarametu ba'a; fuulli isaas akka biiftuu saafaa in ifa*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Harka isaa mirgaatiin urjiiwwan torba qabatee ture; afaan isaa keessaas goraadee qara lama qabutu baʼaa ture. Fuulli isaas biiftuu humna guutuun iftu fakkaata ture.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ሀርከሳ ምርጋቲን ኡርጂወን ቶርበ ቀበቴ ቱሬ፤ አፋንሳ ኬሳስ ጎራዴ ቀረ ለመ ቀቡቱ በኣ ቱሬ። ፉልሳስ ቢፍቱ ሁምነ ጉቱን እፍቱ ፈካተ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy