Online Bible

- Reklamy -




Mulʼata 1:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Miilli isaa akka sibiila diimaa isa boolla ibiddaa keessatti baqfamee ifuu ti, sagaleen isaas akka sagalee huursaa bishaan baay'ee ti*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Miilli isaas naasii boolla ibiddaa keessatti diimeffame fakkaata ture; sagaleen isaa immoo akkuma sagalee bishaan baayʼee ti.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ሚልሳስ ናሲ ቦለ እብዳ ኬሰት ዲሜፈሜ ፈካተ ቱሬ፤ ሰገሌንሳሞ አኩመ ሰገሌ ብሻን ባይኤት።

Viz kapitola kopírovat




Mulʼata 1:15

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy