Mulʼata 1:13 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Baattuuwwan ibsaa sana gidduu immoo ilma namaa kan fakkaatu tokko uffata gad dheeraa miilla bira ga'u uffatee, wanta akka hidhata warqeetiinis qoma isaa hidhatee ture*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 baattuuwwan ibsaa sana gidduus kan, “ilma namaa fakkaatu” tokkotu ture; innis uffata dheeraa miilla gaʼu uffatee, naannoo qoma isaatti immoo sabbata warqee hidhatee ture. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ባቱወን እብሳ ሰነ ግዱስ ከን፣ “እልመ ነማ ፈካቱ” ቶኮቱ ቱሬ፤ እንስ ኡፈተ ዼራ ሚለ ገኡ ኡፈቴ፣ ናኖ ቆመሳትሞ ሰበተ ወርቄ ህዸቴ ቱሬ። Viz kapitola |