Mulʼata 1:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Kun mul'ata Yesus Kristos, isa inni ittiin wanta dafee ta'uun irra jiru hojjetoota isaatti argisiisuuf Waaqayyo biraa argatee dha; inni ergamaa isaa waaqa irraa ergee kana hojjetaa isaa Yohannisitti beeksise*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Kun mulʼata Yesuus Kiristoos, kan akka inni waan dhiʼootti taʼuu qabu garboota isaatti argisiisuuf jedhee Waaqni isaaf kennee dha. Innis ergamaa isaa gara garbicha isaa Yohannisitti ergee akka mulʼanni sun beekamu godhe; Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ኩን ሙልአተ ዬሱስ ክርስቶስ፣ ከን አከ እን ዋን ዽኦት ተኡ ቀቡ ገርቦተሳት አርግሲሱፍ ጄዼ ዋቅን እሳፍ ኬኔዸ። እንስ ኤርገማሳ ገረ ገርብቸሳ ዮሀንስት ኤርጌ አከ ሙልአትን ሱን ቤከሙ ጎዼ፤ Viz kapitola |