Online Bible

- Reklamy -




Miilkiyaas 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Waaqayyo gooftaan maccaa,<<Isin harka keessaniin wanta akkasii ana Waaqayyoof utuu aarsaa dhi'eessitanii yoo akka ani isinitti araaramuuf na kadhattan ani isiniif nan dhaga'aa ree>>

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 “Egaa mee akka inni garaa nuu laafuuf Waaqa nuuf kadhadhaa. Isin yoo aarsaa akkasii qabattanii dhiʼaattan inni isin harkaa ni fudhataa?” jedha Waaqayyo Waan Hunda dandaʼu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 “ኤጋ ሜ አከ እን ገራ ኑ ላፉፍ ዋቀ ኑፍ ከዸዻ። እስን ዮ ኣርሳ አከሲ ቀበተኒ ዽኣተን እን እስን ሀርካ ንፉዸታ?” ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።

Viz kapitola kopírovat




Miilkiyaas 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy