Online Bible

- Reklamy -




Miilkiyaas 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Horii jaamaa aarsaadhaaf yommuu dhi'eessitan kun wanta gadhee dha mitii ree>> Horii naafa yookiis dhukkubsataa aarsaadhaaf yommuu dhi'eessitan, kunis wanta gadhee dha mitii ree>> Mee wanta akkasii isa isin bulchuuf dhi'eessaa kaa! Inni dhuguma isinitti in gammadaa ree>> Jaallatees isin harkaa in fudhataa ree?>> jedha; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Isin yoo horii jaamaa aarsaadhaaf dhiʼeessitan, sun balleessaa mitii? Isin yoo horii naafa yookaan horii dhukkubsataa naaf qaltan, sun balleessaa mitii? Mee horii sana bulchaa keessaniif kennuu yaalaa! Inni isinitti ni gammadaa? Inni isin harkaa ni fudhataa?” jedha Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 እስን ዮ ሆሪ ጃማ ኣርሳዻፍ ዽኤስተን፣ ሱን በሌሳ ምቲ? እስን ዮ ሆሪ ናፈ ዮካን ሆሪ ዹኩብሰታ ናፍ ቀልተን፣ ሱን በሌሳ ምቲ? ሜ ሆሪ ሰነ ቡልቻኬሰኒፍ ኬኑ ያላ! እን እስንት ንገመዳ? እን እስን ሀርካ ንፉዸታ?” ጄዸ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ።

Viz kapitola kopírovat




Miilkiyaas 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy