Online Bible

- Reklamy -




Miilkiyaas 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Isin kennaa midhaanii isa xuraa'aa iddoo aarsaa koo irratti in dhi'eessitu; garuu kanuma keessaa immoo,<<Attamitti si xureessine?>> jettanii in gaafattu; dabaltaniis,<<Iddoon itti Waaqayyoof aarsaa dhi'eessan waa'ee hin baasu>> in jettu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 “Isin nyaata xuraaʼaa iddoo aarsaa koo irratti dhiʼeessitu. “Isin garuu, ‘Nu akkamiin si xureessine’ jettanii gaafattu. “Maaddiin Waaqayyoo tuffatamaa dha jechuudhaan.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 “እስን ኛተ ጡራኣ እዶ ኣርሳኮረት ዽኤስቱ። “እስን ገሩ፣ ‘ኑ አከሚን ስ ጡሬስኔ’ ጄተኒ ጋፈቱ። “ማዲን ዋቀዮ ቱፈተማዸ ጄቹዻን።

Viz kapitola kopírovat




Miilkiyaas 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy