Miilkiyaas 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 isin sabni Israa'el kana ija keessaniin argitanii,<<Daarii Israa'el garasitti iyyuu Waaqayyo guddaa dha>> in jettu>> jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isin waan kana ija keessaniin argitanii, ‘Daarii biyya Israaʼeliin gamatti iyyuu Waaqayyo Guddaa dha!’ jettu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ዋን ከነ እጀኬሰኒን አርግተኒ፣ ‘ዳሪ ብየ እስራኤሊን ገመትዩ ዋቀዮ ጉዳዸ!’ ጄቱ። Viz kapitola |