Online Bible

- Reklamy -




Miilkiyaas 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Sanyiin Esaawuu Edoomonni,<<Mandaroonni keenya caccabanii turan, amma garuu warra diigaman sana deebifnee in ijaarra!>> in jedhu; garuu Waaqayyo gooftaan maccaa,<<Isaan illee in ijaaru, ani garuu nan diiga,<<Biyyi sun biyya hamaa, sabni isaas saba Waaqayyo bara baraan itti dheekkamu>> in jedhamu;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Edoomiyaas, “Nu caccabnu iyyuu, diigama sana deebisnee ni ijaarra” jedha taʼa. Garuu Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼu akkana jedha: “Isaan ni ijaaru taʼa; ani garuu nan diiga. Isaan Biyya Hamaa, saba yeroo hunda dheekkamsa Waaqayyoo jala jiraatu jedhamanii ni waamamu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ኤዶምያስ፣ “ኑ ጨጨብኑዩ፣ ዲገመ ሰነ ዴብስኔ ንእጃረ” ጄዸ ተአ። ገሩ ዋቀዮ ዋን ሁንደ ደንደኡ አከነ ጄዸ፦ “እሳን ንእጃሩ ተአ፤ አን ገሩ ነንዲገ። እሳን ብየ ሀማ፣ ሰበ ዬሮ ሁንደ ዼከምሰ ዋቀዮ ጀለ ጅራቱ ጄዸመኒ ንዋመሙ።

Viz kapitola kopírovat




Miilkiyaas 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy