Miilkiyaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Waaqayyo,<<Ani isin nan jaalladhe>> jedha; isin garuu,<<Attamitti nu jaallate>> Esaawuun obboleessa Yaaqoob mitii ree?>> jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo,<<Ani amma iyyuu Yaaqoobin nan jaalladhe*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 “Ani isin jaalladheera” jedha Waaqayyo. “Isin immoo, ‘Ati akkamitti nu jaallatte?’ jettanii gaafattu. “Esaawu obboleessa Yaaqoob hin turree?” jedha Waaqayyo. “Taʼus ani Yaaqoobin jaalladhee, Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 “አን እስን ጃለዼረ” ጄዸ ዋቀዮ። “እስንሞ፣ ‘አት አከምት ኑ ጃለቴ?’ ጄተኒ ጋፈቱ። “ኤሳዉ ኦቦሌሰ ያቆብ ህንቱሬ?” ጄዸ ዋቀዮ። “ተኡስ አን ያቆብን ጃለዼ፣ Viz kapitola |