Online Bible

- Reklamy -




Miikiyaas 1:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Madaan rukuttaa mandarattii isa fayyu miti; gara biyya Yihudaa dhufeera, karra Yerusaalem ishee kan saba kootii bira iyyuu ga'eera.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Madaan ishee waan hin fayyineef, Yihuudaattis darbeera. Karra saba koo dura gaʼeera; Yerusaalemittis dhufeera.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 መዳንሼ ዋን ህንፈይኔፍ፣ ይሁዳትስ ደርቤረ። ከረ ሰበኮ ዱረ ገኤረ፤ ዬሩሳሌምትስ ዹፌረ።

Viz kapitola kopírovat




Miikiyaas 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy