Miikiyaas 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Bifni fakkeenyaa isheen waaqessitu hundinuu in hurreeffamu, galchiin ishee keessatti argamu hundinuus ibiddaan in gubama, waaqayyoliin tolfamoon ishee akka gatii dhaban nan godha, wanti isheen waaqayyolii isheetiif hojjechuuf ejjaan argatte immoo deebi'ee hojii ejjummaaf in ta'a>> jedhe*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqonni ishee tolfamoon hundinuu ni hurreeffamu; kennaawwan mana qulqullummaa ishee hundinuu ibiddaan gubamu; ani fakkii ishee hunda nan barbadeessa. Isheen gatii sagaagaltootaa irraa kennaa ishee walitti waan qabatteef, kennaan sun ammas gatii sagaagaltootaa taʼee ni deebiʼa.” Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቆትንሼ ቶልፈሞን ሁንድኑ ንሁሬፈሙ፤ ኬናወን መነ ቁልቁሉማሼ ሁንድኑ እብዳን ጉበሙ፤ አን ፈኪሼ ሁንደ ነንበርበዴሰ። እሼን ገቲ ሰጋገልቶታራ ኬናሼ ወልት ዋን ቀበቴፍ፣ ኬናን ሱን አመስ ገቲ ሰጋገልቶታ ተኤ ንዴብአ።” Viz kapitola |