Miikiyaas 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Tulloonni akka gagaa ibiddi baqsuu isa jalatti in baqu, akka lafa bishaan irraan-gadee lola'u qotuuttis dachaawwan in tatarsa'u*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Akkuma gagaa fuula ibiddaa dura jiruu, akkuma bishaan tabba irraa gad yaaʼuu tulluuwwan isa jalatti ni baqu; sululawwanis gargar baqaqu. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አኩመ ገጋ ፉለ እብዳ ዱረ ጅሩ፣ አኩመ ብሻን ተበራ ገድ ያኡ ቱሉወን እሰ ጀለት ንበቁ፤ ሱሉለወንስ ገርገር በቀቁ። Viz kapitola |