Online Bible

- Reklamy -




Miikiyaas 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Waaqayyo gooftaan mana qulqullummaa isaa keessaa isin irratti dhugaa in ba'a; sabni lafa irraa guutummaatti waan gooftichi jedhu haa dhaga'an! Biyyi lafaa, warri isa keessa guutanis yaadaan haa qaban!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Yaa namoota, isin hundinuu dhagaʼaa; lafaa fi wantoonni ishee irra jiraattan hundinuu dhaggeeffadhaa; Waaqayyo Gooftichi, Gooftaan mana qulqullummaa isaa qulqulluu sana keessaa dhugaa isinitti baʼa.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ያ ነሞተ፣ እስን ሁንድኑ ዸገኣ፤ ለፋፊ ወንቶትን እሼረ ጅራተን ሁንድኑ ዸጌፈዻ፤ ዋቀዮ ጎፍትች፣ ጎፍታን መነ ቁልቁሉማሳ ቁልቁሉ ሰነ ኬሳ ዹጋ እስንት በአ።

Viz kapitola kopírovat




Miikiyaas 1:2

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy