Online Bible

- Reklamy -




Macaafa Ruut 1:8 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Yommus Naa'omiin niitota ilmaan ishee lamaaniin,<<Deebi'aa, gara mana mana warra keessanii dhaqaa; akkuma isin warra isin irraa du'eef, anaafis gaarii gootan, Waaqayyo gaarii isiniif haa godhu!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Ergasiis Naaʼomiin niitota ilmaan ishee lamaaniin akkana jette; “Tokkoon tokkoon keessan gara mana haadhota keessaniitti deebiʼaa. Akkuma dhirsoota keessan kanneen duʼanii fi anaafis arjoomtan sana Waaqayyo isiniif haa arjoomu.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ኤርገሲስ ኑሃሚን ኒቶተ እልማንሼ ለማኒን አከነ ጄቴ፤ “ቶኮን ቶኮንኬሰን ገረ መነ ሃዾተኬሰኒት ዴብኣ። አኩመ ዽርሶተኬሰን ከኔን ዱአኒፊ አናፍስ አርጆምተን ሰነ ዋቀዮ እስኒፍ ሃአርጆሙ።

Viz kapitola kopírovat




Macaafa Ruut 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy