Online Bible

- Reklamy -




Macaafa Ruut 1:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Isheen lafa turte sanaa baatee, niitota ilmaan ishee lamaanii wajjin karaa biyya Yihudaatti geessu irra in buute.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Isheenis iddoo jiraachaa turtee kaatee niitota ilmaan ishee wajjin gara biyya Yihuudaatti deebiʼuuf karaa qabatte.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 እሼንስ እዶ ጅራቻ ቱርቴ ካቴ ኒቶተ እልማንሼ ወጅን ገረ ብየ ይሁዳት ዴብኡፍ ከራ ቀበቴ።

Viz kapitola kopírovat




Macaafa Ruut 1:7

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy