Macaafa Ruut 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Booddee immoo Maahiloonii fi Kiliyoon duunaan, dubartittiin abbaa manaa ishee fi ilmaan ishee lamaan in dhabde. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Mahiloonii fi Kiliiyoon ni duʼan. Naaʼomiinis ilmaan ishee lamaanii fi dhirsa ishee dhabdee kophaa hafte. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 መሀሎኒፊ ክሊዮን ንዱአን። ኑሃሚንስ እልማንሼ ለማኒፊ ዽርሰሼ ዸብዴ ኮጳ ሀፍቴ። Viz kapitola |