Online Bible

- Reklamy -




Macaafa Ruut 1:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Ilmaan ishee kunis durba warra Mo'aab keessaa, isheen tokko Orphaa isheen kaanis Ruut kan jedhamtu fuudhan; maatiin kun walumatti akka waggaa kudhanii achi taa'an.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Isaanis dubartoota Moʼaab fuudhan; isheen tokko Orphaa kaan immoo Ruut jedhamti. Erga isaan waggaa kudhan achi jiraatanii booddee,

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 እሳንስ ዱበርቶተ ሞኣብ ፉዸን፤ እሼን ቶኮ ኦርፋ ካንሞ ሩት ጄዸምት። ኤርገ እሳን ወጋ 10 አች ጅራተኒ ቦዴ፣

Viz kapitola kopírovat




Macaafa Ruut 1:4

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy