Macaafa Ruut 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Maqaan jarreen Efraataa, warra mandara Betlihemii ba'anii biyya Mo'aab takka taa'uudhaaf itti galan kanaa, Eliimelek, haati manaa isaa Naa'omii, ilmaan isaa lamaan immoo Maahiloonii fi Kiliyoon ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Maqaan namichaa Eliimelek, maqaan niitii isaa Naaʼomiin, maqaan ilmaan isaa lamaanii immoo Mahiloonii fi Kiliiyoon jedhama ture. Isaanis namoota Efraataa kan biyya Yihuudaa Beetlihem keessa jiraatan turan. Jarris biyya Moʼaab dhaqanii achi jiraatan. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 መቃን ነምቻ ኤሊሜሌክ፣ መቃን ኒቲሳ ኑሃሚን፣ መቃን እልማንሳ ለማኒሞ መሀሎኒፊ ክሊዮን ጄዸመ ቱሬ። እሳንስ ነሞተ ኤፍራታ ከን ብየ ይሁዳ ቤትልሄም ኬሰ ጅራተን ቱረን። ጀርስ ብየ ሞኣብ ዸቀኒ አች ጅራተን። Viz kapitola |