Maatewos 1:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Innoo, ?Kunoo durbi in ulfoofti ilmas in deessi, maqaa isaas ?Amaanu'el? jedhanii in moggaasu? jedhe; ?Amaanu'el? jechuun ?Waaqayyo nuu wajjin jira? jechuu dha*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Innis, “Kunoo, durbi tokko ni ulfoofti; ilma ni deessi; maqaa isaas Amaanuʼel jedhu” jedha. Amaanuʼel jechuunis, “Waaqni nu wajjin jira” jechuu dha. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 እንስ፣ “ኩኖ፣ ዱርብ ቶኮ ንኡልፎፍት፤ እልመ ንዴስ፤ መቃሳስ አማኑኤል ጄዹ” ጄዸ። አማኑኤል ጄቹንስ፣ “ዋቅን ኑ ወጅን ጅረ” ጄቹዸ። Viz kapitola |