Online Bible

- Reklamy -




Maatewos 1:20 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

20 Utuu Yoseef kana yaadaa jiruu, kunoo ergamaan gooftaa abjuutti itti mul'atee, ?Yaa Yoseef ilma Daawit, Maariyaam kaadhimni kee hafuura qulqulluudhaan waan ulfoofteef, ishee of biratti fudhachuu hin sodaatin!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

20 Utuu inni waan kana yaadaa jiruu, ergamaan Gooftaa abjuu keessa itti mulʼatee akkana jedheen; “Yaa Yoosef ilma Daawit, kaadhimni kee Maariyaam Hafuura Qulqulluudhaan waan ulfoofteef ishee fuudhuu hin sodaatin.

Viz kapitola kopírovat

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

20 ኡቱ እን ዋን ከነ ያዳ ጅሩ፣ ኤርገማን ጎፍታ አብጁ ኬሰ እት ሙልአቴ አከነ ጄዼን፤ “ያ ዮሴፍ እልመ ዳዊት፣ ካዽምንኬ ማርያም ሀፉረ ቁልቁሉዻን ዋን ኡልፎፍቴፍ እሼ ፉዹ ህንሶዳትን።

Viz kapitola kopírovat




Maatewos 1:20

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy