Maatewos 1:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yoseef inni ishee kaadhimates nama jireenya qajeelaa jiraatu waan tureef, dhoksaatti ishee dhiisuudhaaf murtoo godhe malee, immata duratti ishee yeellaasisuu hin barbaanne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Yoosef kaadhimni ishee sunis nama qajeelaa waan tureef, dhoksaadhaan ishee dhiisuu murteesse malee uummata duratti ishee qaanessuu hin barbaanne. Viz kapitolaክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ዮሴፍ ካዽምንሼ ሱንስ ነመ ቀጄላ ዋን ቱሬፍ፣ ዾክሳዻን እሼ ዺሱ ሙርቴሴ መሌ ኡመተ ዱረት እሼ ቃኔሱ ህንበርባድኔ። Viz kapitola |